lirik.web.id
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu leencoo guddinaa – sin baasu

Loading...

dhugaan yoo dhugaa dhibee
bubbullaan dharaa dhagni koo jigee

waanan sitti himu hin qabu
eega atuu ustee na jala diddee
an yaadan an yaadan lubbuu siif dhabaa hin barre duubakoo
kee garaan duruu iccitii qabaa hin taane akka koo
an yaadan an yaadan lubbuu siif dhabaa hin barre duubakoo
kee garaan duruu iccitii qabaa hin taane akka koo
yoomittummo jaalala quufnee jibbа feetee
mucucaatte maqxe karaarraa dugda laattee orma natti taatee
hangan beekuu ani simminee atis beektaa
maltu taanan gamana tessee gama laaltaa nama hin beekne taataa
nadhidha dur jaalalli keenyaa ohoo hoo

garamu nuu fidde hammenyaa
maaf ona goote mana kenyaa
osoo qalbin ala si laaltuu ohoo hoo
na jaladhun jaalalan tatuu
ta’us umrii bulu hin qabaatu
taasistus guiaa natti halkanu danda’uuf qophidha ani

bare qalbiin waan sifetee
(kun siin baasu) deebi’i (hin siin baasu)
biyan beekne adeemsaf katee
(kun siin baasu) deebi’i (hin siin baasu)
maal argachumaaf na miita
(kun siin baasu) lakkii (hin siin basuu)
maaf mana ijaarte digdaa
(kun siin baasu) lakki (hin siin baasu)
si kadhadhee yoo dhagesse
na dhagahii yoo dandessee
jaalala har’a itti qoostuu
boru barii gaabban oltuu
koo siin baasu dhiisi sinbasuu
(koo siin baasu lakkii dhiis sinbasuu
koo siin baasu dhiisi siin baasu
koo siin baasu lakkii dhiis siin baasu)

koo siin baasu

dhugaan yoo dhugaa dhibee bubbullaan dharaa dhagni koo jigee
waanan sitti himu hin qabu eega atuu ustee na jala diddee
an yaadan an yaadan lubbuu siif dhabaa hin barre duubakoo
kee garaan duruu iccitii qabaa hin taane akka koo
an yaadan an yaadan lubbuu siif dhabaa hin barre duubakoo
kee garaan duruu iccitii qabaa hin taane akka koo

shan jijjiruun ittoo mi’eessu gullichanii
garaan taanan hin tauun ta’aa jalaalanii wal mari tollanii
walin horree shantama yaafnadha an kan eegee
shan bubbul tee shantama taataa yooman beekee ani jaalatan kee

muufatulle siti garankoo ohoo hoo
har’as banaa jira ulaankoo
deebitu keetuma onneenkoo
kee kun waan nama dinqu bayee ohoo hoo
dammi akramitti sitti hadhayee
dhiisi murtee nama machayee
taasistus gunyaa natti halkanii danda’uuf qophidha ani
bare qalbiin waan sifetee
(kun siin baasu) deebi’i (hin siin baasu)
biyan beekne adeemsaf katee
(kun siin baasu) deebi’i (hin siin baasu)
maal argachumaaf na miita (kun siin baasu) lakkii (hin siin basuu)
maaf mana ijaarte digdaa (kun siin baasu) lakki (hin siin baasu)

si kadhadhee yoo dhagesse
na dhagahi yoo dandessee
jaalala har’a itti qoostuu
boru barii gaabban oltuu
koo siin baasu dhiisi sinbasuu
(koo siin baasu lakkii dhiis sinbasuu
koo siin baasu dhiis sin basuu
koo siin baasu lakkii dhiisi sin basuu)


Lirik lagu lainnya:

LIRIK YANG LAGI HITS MINGGU INI

Loading...