lirik.web.id
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu haacaaluu hundessaa – kuullee koo

Loading...

yaadaa fi yaaddoo keetiin
yaadaa fi yaaddoo keetiin
halkan ciisa dhabe
waanuma kee yaadutti
maaf hirriba dhaba
kee garaan akkamii
kankoo ammas dide
kunoo natti gama

maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo

yayyaba walaabuu maddite
yaa taliila bishaan ganamaa
lixee daakee ba’uu dadhabe
danbalii yaada keen raafama

yayyaba walaabuu maddite
yaa taliila bishaan ganamaa
lixee daakee ba’uu dadhabe
danbalii yaada keen raafama
raafama
raafama
raafama
​​​ayyaana keef safuu
simboo kankeef safuu
meeqa jilbaan oofee
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
​oogdii jaalala kee
lixee inni tumame
​utuu hin ba’in hafee
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
si’i giiftiin jalalaa
si’i giiftiin goottummaa
lubbuunkoo si feetu
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
giiftii warra himanoo
​giiftii warra qaalluu
​maaliif kankoo hin taatu?
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo

fakkii amadee liiban
tokkicha abbaa waaxoo
walirraa nu dhiiban
foon tokko anaaf atoo
gowwummaan aliimaa
karaa foddaa haa baatu
otuu an siif jiruu
ormaaf soddaa hin taatu
heebanoof maqdallaan
korabiidhaan sadii
an si fudheen gala
kot’ na wajjiin badi
kot’ na wajjiin badi
kot’ na wajjiin badi
deesseen dasee taatee
magariituun dirree
dirre itti wal ariitu
fardeenni maariyyee
​keessa qaxxamurree
dalantaan darbinaa
kamiseetti buunee
sidaamee sirbina
sidaamee sirbina
sidaamee sirbina

​qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika

yaadaa fi yaaddoo keetiin
yaadaa fi yaaddoo keetiin
halkan ciisa dhabe
waanuma kee yaadutti
maaf hirriba dhaba
kee garaan akkamii
kankoo ammas dide
kunoo natti gama

maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
yayyaba walaabuu maddite
yaa taliila bishaan ganamaa
lixee daakee ba’uu dadhabe
danbalii yaada keen raafama
raafama
raafama
raafama

bareediina keessaan
gootummaa ishee argee
yammu koraaf baatu
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
goota sanyii goota
gadaammeessa abbaakee
yaa sanyii warqituu
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
si daangaan jaalalaa
si daangaan gootummaa
lubbuun koo sifeetuu
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo
giftii warra yejjuu
​giftii warra baabboo
maaliif kankoo hin taatu?
maal naaf wayya kuullee koo
egaa maalinni falli koo

fakkii amadee liiban
tokkicha abbaa waaxoo
walirraa nu dhiiban
foon tokko anaaf atoo
gowwummaan aliimaa
karaa foddaa haa baatu
otuu an siif jiruu
ormaaf soddaa hin taatu
heebanoof maqdallaan
korabiidhaan sadii
an si fudheen gala
kot’ na wajjiin badi
kot’ na wajjiin badi
kot’ na wajjiin badi

deesseen dasee taatee
magariituun dirree
dirre itti wal ariitu
fardeenni maariyyee
​keessa qaxxamurree
dalantaan darbinaa
kamiseetti buunee
sidaamee sirbina
sidaamee sirbina
sidaamee sirbina

​qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika
qabii qabii qabiika


Lirik lagu lainnya:

LIRIK YANG LAGI HITS MINGGU INI

Loading...