lirik.web.id
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu netsanet sultan - halaala

Loading...

jaalalli gumaacha guddaa
kennaa eebbisaa waaqaa guddaa (waaqaa waqaa guddaa)
naaf fiilee filmaata addaa
kennee galgala eebbaa gubbaa (eebbaa eebbaa gubbaa)

uumaman uumaman kee
kee adduman uumaman kee
uumaman uumaman kee
kee adduman uumaman kee

uumaman uumaman kee
kee adduman uumaman kee
uumaman kee
kee addumaa uumaman kee

waanuma kee qofa yaadaa
guuyyee beellamni geettuu qoodaa (geettuu geettuu qoodaa)
shallaalee fua jedheetan bahaa
sirbee shallamuu siif an qaba (siif an siif an qaba)

jaalalanii siif mo’ameeraa
jaalalanii siif mo�ameeraa

siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
damma walalaa koo
chakkolaataa mi’aawaa koo
hedduu jalatamaa filatamaa
keetu beekee kee kee bareedaa koo
yaadaaf fedhiima koo
kana diimsuu nama tokko
argeen nama namaf amanamuu sima qofaan kee kee walalaa koo

jaalalanii siif mo’ameeraa
jaalalanii siif mo�ameeraa

siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
siif moyaa mee jaalalaan�siif�moyaa�mee


Lirik lagu lainnya:

LIRIK YANG LAGI HITS MINGGU INI

Loading...