lirik.web.id
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu hamelmal abate - seeya dechu / nemme guba

Loading...

ajabaa

sh~ggoyyee

jabeessii

boonaa kulee iji kuulaa
ani si malee hin qabu hin tolu
kophaa na dhiiftee humnaawee
ani wallaalee kophaan galuu
imimmaaniin of colleessee
yaadni kan kee na boochisee

boonaa kulee iji kuulaa
ani si malee hin qabu hin tolu
kophaa na dhiiftee humnaawee
ani wallaalee kophaan galuu
imimmaaniin of colleessee
yaadni kan kee na boochisee

si yaadachuu ani hin dhiisu
si yaadachuu ani hin dhiisu
itti aansee booyee hin dhiisu
bifa bareedina keetii
iji si eeguma feetii
obsuu didde si dhabdeetii
si yaadachuu ani hin dhiisu
itti aansee booyee hin dhiisu
si yaadachuu ani hin dhiisu
itti aansee booyee hin dhiisu

halkan hirriba hin galaalchuu
eguma yaadan batachuu
jaalaltitee kan na gootuu
yaadaan miite numan gartu
kophaa baasee nama keessaa
yaadni kan kee na boochisaa

halkan hirriba hin galaalchuu
eguma yaadan batachuu
jaalaltitee kan na gootuu
yaadaan miite numan gartu
kophaa baasee nama keessaa, wayyii
yaadni kan kee na boochisaa

si yaadachuu ani hin dhiisu
itti aansee booyee hin dhiisu
si yaadachuu ani hin dhiisu
itti aansee booyee hin dhiisu

jaalalaan na qocce hamaattee
duraan qomaa na qabattee
seexoo hin beekne na agarsiiftee
tola maaliif na wagaatee
golgolaa’un ana dhiiftee
gala hin beeku na dhamaaftee

jaalalaan na qocce hamaattee
duraan qomaa na qabattee
seexoo hin beekne na agarsiiftee
tola maaliif na wagaatee
golgolaa’un ana dhiiftee, wayyii
gala hin beeku na dhamaaftee

si yaadachuu ani hin dhiisu
si yaadachuu ani hin dhiisu
itti aansee booyee hin dhiisu

bifa bareedina keetii
iji si eeguma feetii
obsuu didde si dhabdeetii

si yaadachuu ani hin dhiisu
itti aansee booyee hin dhiisu
si yaadachuu ani hin dhiisu
itti aansee booyee hin dhiisu

ajabaa

jedhi gaa

nama gubaa yaadni nama gubaa
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa

nama gubaa yaadni nama gubaa
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa

hedduun obsa dhabee
yaadaan ukkaamamee
bar osoon si arguu
yaadaan argaa dhabee
bar osoon si arguu
yaadaan argaa dhabee

nama gubaa yaadni nama gubaa
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa

nama yaadni gubee
dirmamuu hin arganii
eenyuttinif himaa
egaan imimmaniin
eenyuttinif himaa
egaan imimmaniin

nama gubaa yaadni nama gubaa
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa

yaadni tapha hin ta’u
waan nama hiraarsaa
dachii bal’oo tanaa bar nama itti harka isaa
dachii bal’oo tanaa bar nama itti harka isaa

nama gubaa yaadni nama gubaa
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa male
nama gubaa yaadni nama gubaa

nama gubaa yaadni nama gubaa
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa
numan obsa malee
nama gubaa yaadni nama gubaa


Lirik lagu lainnya:

LIRIK YANG LAGI HITS MINGGU INI

Loading...