lirik.web.id
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu haacaaluu hundessaa – jirra

Loading...

jirra jirra jirraa jirra jirra jirra jirraaa
jirra jirra jirraa jirra jirra jirra jirraaa
jirra bullee barii arguuf
garaa nu ballisee yaa nuhii yaa nuhii
yaa nuhii yaa waa irraanfachuuf
yaa waa irraanfachuuf
yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii
yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii
yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii
yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii

tafkiidhaaf utaalchooo
geergoodhaaf miliqqeee
xaddee kuttee hin baaneef
waayyuudhaaf rasaasa
allaattiidhaaf koochoo
allaattiidhaaf koochooo
qocaadhaaf dhagaacha
kennaa maaltu dida jirra hunda baachaa
kennaa maaltu dida jirra hunda baachaa
jirra jirra jirraa jirra jirra jirra jirraaa
jirra jirra jirraa jirra kunoo har’allee jirra
yaaaa nuhii
nan mammaaka na mammaaksisa
uumamni seera uumaa dabse
raajii bara kanaan raajaka
erga buqqeen dhagaa cabsee
nan mammaaka na mammaaksisa
raajii bara kanaa yaa jamaa
boolla keessa teessee boolla qotti
dhaala abbaashee ilmoon rirmaa
shiran shiranii
garaaf qalbii kiyya hatanii
akkan sirraa cituuf yaadanii
maal godheen an sirraa citaa
maal godheen an sirraa citaaaa
si fudheen gincii koo lixa
si fudheen gullisoo lixa
si fudheen dadar koo lixa
si fudheen shaallaa koo lixa
si fudheen shukkutee lixaa
si fudheen sabbataa lixa
si fudheen awwadaayi lixa
shira shiranii
isaanoo nu doorsisanii
akkan sirraa cituuf yaadanii
maal godheen an sirraa cita
maal godheen an sirraa citaaaa
si fudheen ajjee koo lixa
si fudheen sarboo koo lixa
bulee horaa koon siin lixa
si fudheen naqamtee lixa
si fudheen machaaraa lisa
si fudheen shaashee koo lixa
si fudheen guddar koo lixaa
si fudheen baabbichee koo lixa
si fudheen najjoo koo lixa
si fudheen ammayya lixa
jirra jirra jirraa jirra jirra jirra jirraaa
jirra jirra jirraa jirra jirra jirra jirraaa
jirra bullee barii arguuf
garaa nu ballisee yaa nuhii yaa nuhii
yaa nuhii yaa waa irraanfachuuf
yaa waa irraanfachuuf
yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii
yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii
yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii
yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii
baayyinni rakkoodhaa furmaata mataansaa
har’een ba’aa diddeeti taate harre diidaa
qambar sadii cabseeti
qambar sadii cabseeti qotiyyoon gafarsaa
hammeenyi ulee mataas injiraan ajjeesa
hammeenyi ulee mataas injiraan ajjeesa
jirra jirra jirraa jirra jirra jirra jirraaa
jirra jirra jirraa jirra kunoo har’allee jirra
yaaaa nuhii
nan mammaaka na mammaaksisa
uumamni seera uumaa dabsee
’in mullata deemi naan jedha
dukkana dukkanatti ibsee
nan mammaaka na mammaaksisa
raajii bara kana yaa jamaa
boolla keessa teessee boolla qotti
dhaala abbaashee ilmoon rirmaa
shiran shiranii
garaaf qalbii kiyya hatanii
akkan sirraa cituuf yaadanii
maal godheen an sirraa cita
maal godheen an sirraa citaaaa
si fudheen meettaa koo lixa
si fudheen horroo koo lixa
si fudheen walisoo lixa
si fudheen ginniir koo lixa
si fudheen roobee koo lixa
si fudheen leemman koo lixa
si fudheen sulultaa lixa
shira shiranii
isaanoo nu doorsisanii
akkan sirraa cituuf yaadanii
maal godheen an sirraa cita
maal godheen an sirraa citaaaa
si fudhen dodolaa lixa
si fudheen begii koo lixa
si fudheen jalduu koo lixaa
si fudheen maqii koo lixa
si fudheen gaalessa lixa
liiban cuqqaalaan siin lixa
si fudheen gindoo koo lixa
dambi doolloo koon siin lixa
si fudheen amboo koo lixa
si fudheen cillimoo lixa
si fudheen finfinnee lixa
si fudheen sh~ggar koo lixa
si fudheen oromiyaa lixa
biyya abbaa kootiin siin lixa
si fudheen oromiyaa lixa
biyya abbaa kootiin siin lixa
si fudheen oromiyaa lixa
biyya abbaa kootiin siin lixa
si fudheen
biyya abbaa koo
si fudheen
biyya abbaa koo


Lirik lagu lainnya:

LIRIK YANG LAGI HITS MINGGU INI

Loading...