lirik lagu gutu abera - anatu
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
siimboodhaf bareedakee hundaa caalchisee
anatu maqaakee waamee leelise
siimboon foolii sidisaa qumbii caalaa
alaba baredina kotta ilala
bareddu jennan ustee urjiin lootii
dursitee nattii hasa’uf bar ni boontii
bareddu jennan ustee urjiin lootii
dursitee nattii hasa’uf bar ni boontii
carraakoo hamaan narra marmaaree
boonnikee didee sumaatti caalee
dalaarran goreen sagal ilalee
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
adun dhi’a hin oltuu galgalaa
dalaatti dachaasii lowwanii
maal akkam si godhaa barana
afaanshe natii hima jaranaa
akk~ma atii tatuun walalee
haalaf amalakee dawwadhee
ka’ee dhisee galuuf jalala
ergumaan boontu argaadhe
carrakoo hamaan narra marmaaree
boonnikee didee sumaatti caalee
dalarran goreen sagal ilalee
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
adiida babura murani
karaan diree dawaa awaraa
nama natu ati sin jedhanii
waa’ee kee hundaa dhaga’eraa
kenna midhagina simboo
rabbi si badhase umeraa
bareduu guraatti simbiroo
jalalakee jechaa kufeeraa
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
(anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
(anatu natu si sossobarе anatu natu si sossobare anatu natu si sossobare)
(anatu natu si sossobare)
Lirik lagu lainnya:
- lirik lagu playboi carti - neon world
- lirik lagu montenero & gionni gioielli - agia napia
- lirik lagu ruurd woltring - on and on
- lirik lagu لؤي - ewaa tendam youm | إوعى تندم يوم - loai (eg)
- lirik lagu dwandonly - miss kobayashi's dragon maid!
- lirik lagu mile 57 - mr. static
- lirik lagu du blonde - message deleted
- lirik lagu gabriel'sant - space line
- lirik lagu intercourse - corricidin is a helluva drug
- lirik lagu shi (deu) - so sad (sped up)