lirik lagu andualem gosa - ayyaantuu
goobantuu biyya (hoo)
ayyaantuu tiyya (hee)
of bira si dhabee (hoo)
naa onneen cabee (hee)
daawwitii waaqaa (hoo)
fira natti aantuu (hee)
maan sin hankaaka (hoo)
naaf kottu ayyaantuu hoo
miidhaga koo qaba at~~tii
(naaf kottu ayyaantuu hoo)
hirdhinni koo dhaba keetii
(naaf kottu ayyaantuu hoo)
yaa furtuukoo karra jaalalaa
(naaf kottu ayyaantuu hoo)
si qabaachuun hunda caalaa
(naaf kottu ayyaantuu hoo)
bakkalcha wallaa moo lamii
(naaf kottu ayyaantu hoo)
sin barbaade na beellamii
(naaf kottu ayyaantuu hoo)
ayyaantuu iftuu yaa miidhagsituu koo
onneen koo cimee sitti obsa, karoorsaa
anatti anaan araarsita kottuu
jiruu kiyya situ haaromsaa
nabee moo bisil, odaan ati jirtu
ayyaanni garam si geessa, eessaa?
bultum moo bulluq irra dha faanni kee
dhabeem an oromiyaa keessa
jette jettee dhuugoomsanii
karra shanan balleessanii
dallaa nu gidduutt ijaranii
wayyuu dhugaa busheessani
wal jijjiire barri meeqa
narka balleesseera akeeka
jiruun natti taate cookkoo
si dheebotee cinaaci koo
an miidhame eelee cabeera
siin si ganee baree waan bara
tulluu moo soodduu heedadhu
eessatti an si argadhu?
ulee urjii kamtu safaraa
teessoo kee f~geenya karaa
faana kee dhabeera jaarsii
ayyaana kee natti araarsi
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
asiin fala fali
at achin mala mali
Lirik lagu lainnya:
- lirik lagu skuf swagga - brother
- lirik lagu nicole dollanganger - swan (demo)
- lirik lagu family*5 - der lange weg (nach derendorf)
- lirik lagu maija vilkkumaa - me ollaan siskot
- lirik lagu our hollow, our home - hope & hell
- lirik lagu shamlo - sicko
- lirik lagu михаил лоов (mikhail loov) - на границе (on the custom)
- lirik lagu the animal in me - song 2
- lirik lagu kysnovaa - yah yah
- lirik lagu lilkittyboy - айк 2008 (ike 2008)